Gaafa guyyaa jimaataa jechuun guyyaa 27/10/2017 mariin waliigalaa waan jiruuf barsiisonnii fi hojjettoonni bulchiinsaa hundi ganama keessaa sa'aatii 2:30tti galma walgahii mana barumsaatti akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
Hub:walgahii irraa hafuunis ta'ee barfachuun hin danda amu.